Efesoon 4:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Dubbii tortoraan afaan keessan keessaa hin baʼin;+ kanaa mannaa, warri dhagaʼan faayidaa akka argataniif+ akkuma barbaachisummaa isaatti dubbii gaarii ijaaruuf gargaaru dubbadhaa.
29 Dubbii tortoraan afaan keessan keessaa hin baʼin;+ kanaa mannaa, warri dhagaʼan faayidaa akka argataniif+ akkuma barbaachisummaa isaatti dubbii gaarii ijaaruuf gargaaru dubbadhaa.