1 Saamuʼel 25:32, 33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Yeroo kanatti Daawit Abigaayiliin akkana jedhe: “Yihowaan Waaqni Israaʼel inni harʼa ati akka na argattu si erge haa jajamu! 33 Hubannaan kees haa eebbifamu! Harʼa dhiiga dhangalaasuudhaan akkan itti hin gaafatamnee+ fi harka kootiin haaloo akkan hin baane* waan na eegdeef atis eebbifami. Fakkeenya 25:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Jechi yeroo sirrii taʼetti dubbatame,Akkuma poomii warqii miʼa meetii irraa tolfame keessa jiruu ti.+
32 Yeroo kanatti Daawit Abigaayiliin akkana jedhe: “Yihowaan Waaqni Israaʼel inni harʼa ati akka na argattu si erge haa jajamu! 33 Hubannaan kees haa eebbifamu! Harʼa dhiiga dhangalaasuudhaan akkan itti hin gaafatamnee+ fi harka kootiin haaloo akkan hin baane* waan na eegdeef atis eebbifami.
11 Jechi yeroo sirrii taʼetti dubbatame,Akkuma poomii warqii miʼa meetii irraa tolfame keessa jiruu ti.+