-
Iyyoob 7:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Yaa isa ilmaan namootaa toʼattuu,+ ani yoon cubbuu raawwadhe akkamittan si miidha?
Ati akeeka kee kan na godhatte maaliifi?
Ani baʼaa sitti taʼeeraa?
-