-
Iyyoob 34:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Sababiin isaas, ijji Waaqayyoo daandii namaa irra jira,+
Tarkaanfii isaa hundumaas ni arga.
-
-
Fakkeenya 5:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Sababiin isaas, daandiin namaa ija Yihowaa dura jira;
Inni karaa isaa hundumaa ni qora.+
-
-
Ermiyaas 16:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Sababiin isaas, ijji koo wanta isaan raawwatan hundumaa ni arga.*
Isaan na duraa hin dhokanne,
Balleessaan isaaniis ija koo duraa hin dhokanne.
-