Iyyoob 31:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Maal taʼa namni tokko utuu na dhagaʼee!+ Dhugaa dubbachuu koo argisiisuuf maqaa koo nan mallatteessan ture.* Inni Hundumaa Dandaʼu deebii naaf haa kennu!+ Maal taʼa inni na himatu himata isaa galmee irratti utuu barreessee!
35 Maal taʼa namni tokko utuu na dhagaʼee!+ Dhugaa dubbachuu koo argisiisuuf maqaa koo nan mallatteessan ture.* Inni Hundumaa Dandaʼu deebii naaf haa kennu!+ Maal taʼa inni na himatu himata isaa galmee irratti utuu barreessee!