Faarfannaa 88:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, jireenyi koo rakkinaan guutameera,+Lubbuun* koos Awwaala* qarqara jira.+ 4 Ani warra gara boollaatti* gad buʼan gidduutti lakkaaʼameera;+Nama gargaarsa hin qabne,*+ Isaayyaas 38:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Ani walakkaa umurii koottiGara karrawwan Awwaalaatti* nan seena. Waggoonni koo warri hafan na jalaa fudhatamu” nan jedhe.
3 Sababiin isaas, jireenyi koo rakkinaan guutameera,+Lubbuun* koos Awwaala* qarqara jira.+ 4 Ani warra gara boollaatti* gad buʼan gidduutti lakkaaʼameera;+Nama gargaarsa hin qabne,*+ Isaayyaas 38:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Ani walakkaa umurii koottiGara karrawwan Awwaalaatti* nan seena. Waggoonni koo warri hafan na jalaa fudhatamu” nan jedhe.
10 “Ani walakkaa umurii koottiGara karrawwan Awwaalaatti* nan seena. Waggoonni koo warri hafan na jalaa fudhatamu” nan jedhe.