Faarfannaa 143:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Yihowaa, dafii deebii naaf kenni;+Jabinni* koo dhumeera.+ Fuula kee na duraa hin dhoksin,+Taʼuu baannaan, akkuma warra gara boollaatti* gad buʼanii nan taʼa.+
7 Yaa Yihowaa, dafii deebii naaf kenni;+Jabinni* koo dhumeera.+ Fuula kee na duraa hin dhoksin,+Taʼuu baannaan, akkuma warra gara boollaatti* gad buʼanii nan taʼa.+