Faarfannaa 40:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa Yihowaa, maaloo na oolchuuf fedhii qabaadhu.+ Yaa Yihowaa, na gargaaruuf ariifadhu.+ Faarfannaa 70:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani garuu nama gargaarsa hin qabnee fi hiyyeessa dha;+Yaa Waaqayyo, anaaf jedhii dafii tarkaanfii fudhadhu.+ Ati isa na gargaaruu fi isa na baraaru dha;+Yaa Yihowaa, hin turin.+
5 Ani garuu nama gargaarsa hin qabnee fi hiyyeessa dha;+Yaa Waaqayyo, anaaf jedhii dafii tarkaanfii fudhadhu.+ Ati isa na gargaaruu fi isa na baraaru dha;+Yaa Yihowaa, hin turin.+