LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Booʼichaan kan kaʼe fuulli koo diimateera,+

      Qola ija kootii irras gaaddisni cimaan* jira.

  • Faarfannaa 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Gadda koo irraa kan kaʼe ijji koo ni dadhabe;+

      Warra na miidhan hundumaatiin kan kaʼes ni dukkanaaʼe.*

  • Faarfannaa 31:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa Yihowaa, dhiphina keessa waanan jiruuf, gaarummaa natti argisiisi.

      Dhiphinni ija koo, guutummaa qaama kootiis* dadhabsiiseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi