Iyyoob 30:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Gogaan koo gurraachaʼee na irraa quncaʼeera;+Lafeen koos hoʼaan* kan kaʼe gubateera. Faarfannaa 102:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sagalee koo ol kaasee aaduu kootiin kan kaʼe,+Lafeewwan koo foon kootti maxxananiiru.+