Iyyoob 19:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Lafeen koo gogaa koo fi foon kootti maxxane,+Duʼa irraas xinnumaafan oole.* Fakkeenya 17:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Garaan gammade qoricha* gaarii dha,+Hafuurri cabe* garuu humna namaa laaffisa.*+