Fakkeenya 12:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yaaddoon garaa namaa keessa jiru gad isa qaba,*+Dubbii gaariin garuu isa gammachiisa.+ Fakkeenya 15:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Garaan gammachuu qabu fuulli akka ifu godha,Garaan cabe* garuu abdii nama kutachiisa.*+