Fakkeenya 12:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yaaddoon garaa namaa keessa jiru gad isa qaba,*+Dubbii gaariin garuu isa gammachiisa.+ Fakkeenya 17:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Garaan gammade qoricha* gaarii dha,+Hafuurri cabe* garuu humna namaa laaffisa.*+