-
Iyyoob 2:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Michoonni Iyyoob* sadan rakkina Iyyoob irra gaʼe hundumaa dhagaʼanii tokkoon tokkoon isaanii iddoo isaaniitii ni dhufan; isaanis Eliifaaz+ Temaanicha, Bildaad+ Shuʼaatichaa+ fi Zofaar+ Naʼaamaaticha turan. Isaan Iyyoobiin jajjabeessuu fi isaaf gadduu isaanii argisiisuuf waliin taʼanii gara isaa dhaquuf walii galan.
-
-
Iyyoob 11:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Zofaar+ Naʼaamaatichi akkana jedhee deebise:
-