Uumama 25:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Abrahaam ammas haadha manaa ni fuudhe; maqaan ishiis Keexuraa jedhama ture. 2 Ishiinis yeroo booda Zimraan, Yoqshaan, Meedaan, Miidiyaan,+ Ishbaakii fi Shuʼaa+ isaaf ni deesse.
25 Abrahaam ammas haadha manaa ni fuudhe; maqaan ishiis Keexuraa jedhama ture. 2 Ishiinis yeroo booda Zimraan, Yoqshaan, Meedaan, Miidiyaan,+ Ishbaakii fi Shuʼaa+ isaaf ni deesse.