LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 16:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isaan afaan isaanii balʼisanii ana irratti bananiiru,+

      Tuffiidhaan maddii* koo rukutaniiru;

      Hedduu taʼaniis ana irratti walitti qabaman.+

  • Iyyoob 16:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yeroo ijji koo Waaqayyotti imimmaan dhangalaasu,*+

      Hiriyoonni koo natti qoosu.+

  • Iyyoob 17:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Qoostonni natti marsan,+

      Ijji koo amala isaanii isa hamaa haa ilaalu.

  • Ibroota 11:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Eeyyee, warri kaan immoo itti qoosamuu fi garafamuudhaan, darbees funcaadhaan hidhamuu+ fi mana hidhaa galuudhaan+ qoramaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi