LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dunkaanni saamtotaa nagaa qaba,+

      Warri Waaqayyoon dheekkamsiisan,

      Warri waaqa isaanii harka isaanii keessaa qabanis nageenya qabu.+

  • Faarfannaa 37:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaa duratti calluma jedhi,+

      Abdiidhaanis* isa eeggadhu.

      Nama mala haxxummaa isaa raawwachuu irratti

      Milkaaʼina argatutti hin aarin.+

  • Faarfannaa 73:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Sababiin isaas, nagaa hamoonni qaban yommuun argu,+

      Warra of tuulanitti* hinaafeen ture.

  • Faarfannaa 73:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Eeyyee, namoonni kun hamoota, warra yeroo hunda rakkina malee jiraatani dha.+

      Isaan qabeenya isaanii ni baayʼifatu.+

  • Ermiyaas 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa Yihowaa, yommuun komii koo sitti dhiheeffadhu,

      Yommuun waaʼee dhimma haqaa sitti dubbadhu ati qajeelaa dha.+

      Garuu daandiin hamootaa milkaaʼina kan argatu,+

      Gantoonnis yaaddoo malee kan jiraatan maaliifi?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi