Miilkiyaas 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Isin akkana jettu: ‘Waaqayyoon tajaajiluun gatii hin qabu.+ Wanta inni nu irraa eegu raawwachuu fi cubbuu keenyaan kan kaʼe Yihowaa Gooftaa Raayyaa duratti gadduun keenya maal nu fayyade?
14 “Isin akkana jettu: ‘Waaqayyoon tajaajiluun gatii hin qabu.+ Wanta inni nu irraa eegu raawwachuu fi cubbuu keenyaan kan kaʼe Yihowaa Gooftaa Raayyaa duratti gadduun keenya maal nu fayyade?