LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 21:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, Waaqa dhugaatiin akkana jedhu: ‘Nu dhiisi!

      Daandiiwwan kee beekuuf fedhii hin qabnu.+

      15 Akka isa tajaajilluuf Inni Hundumaa Dandaʼu eenyu?+

      Isaa wajjin wal baruudhaan maal arganna?’+

  • Faarfannaa 73:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dhuguma iyyuu, garaa koo qulqulluu kanan godhe,

      Harka koos qulqullummaadhaan kanan dhiqadhe akkanumaan ture.+

      14 Guyyaa guutuu nan rakkadhe;+

      Yeroo hundumaas ganama ganama nan adabame.+

  • Isaayyaas 58:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 ‘Yommuu soomnu maaliif hin argitu?+

      Yommuu of* cunqursinu maaliif hin qalbeeffattu?’+

      Kun kan taʼe, guyyaa soomtanitti faayidaa* ofii keessanii duukaa waan buutaniif,

      Warra hojjechiifattanis waan hacuuccaniifi.+

  • Sefaaniyaa 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo sanatti ani Yerusaalemiin ibsaatti fayyadamee of eeggannoodhaan nan sakattaʼa,

      Warri dantaa hin qabne,* warri garaa isaaniitti,

      ‘Yihowaan gaariis taʼe hamaa hin godhu’ jedhan akka itti gaafataman nan godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi