-
Iyyoob 31:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Qabeenya hedduu qabaachuu kootiin kan kaʼe+
Badhaadhina koo isa guddaatti gammadeera yoon taʼe,+
-
Iyyoob 31:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Ani Waaqa dhugaa isa ol gubbaa jiru waanan ganeef,
Kun balleessaa abbootii murtiitiin nama adabsiisu taʼa ture.
-
-
-