-
Faarfannaa 62:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Saamichatti hin amanaminaa
Yookiin hanna irratti abdii sobaa hin qabaatinaa.
Qabeenyi keessan yoo dabale, garaa keessan isa irra hin kaaʼatinaa.+
-