LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 31:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ani amanannaa koo warqii irra kaaʼadheera yoon taʼe

      Yookiin warqii baʼeessa taʼeen, ‘Ati wabii koo ti!’ jedheera yoon taʼe,+

  • Iyyoob 31:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Ani Waaqa dhugaa isa ol gubbaa jiru waanan ganeef,

      Kun balleessaa abbootii murtiitiin nama adabsiisu taʼa ture.

  • Faarfannaa 52:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Waaqayyo siʼa tokkicha yeroo hundumaatiif kan si balleessu kanaafi;+

      Inni butee dunkaana kee keessaa si baasa;+

      Biyya namoota jiraatoo keessaas si buqqisa.+ (Seelaa)

  • Faarfannaa 52:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 “Ilaa, nama Waaqayyoon iddoo kooluu itti galu* hin godhanne,+

      Inni qabeenya isaa isa guddaatti amanameera,+

      Karoora isaa isa hamaattis* hirkateera.”*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi