LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 9:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Isaanis gara Ofiir+ dhaqanii warqii taalaantii 420 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan.

  • Iyyoob 28:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Warqii Ofiiriin+ bitamuu hin dandaʼu,

      Oniiksii* fi safiroos warra gatii guddaa qabaniinis bitamuu hin dandaʼu.

  • Faarfannaa 45:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ijoolleen durbaa moototaa giiftiiwwan ulfinaa kee keessaa tokko dha.

      Mootittiin warqii Ofiiriin+ miidhagfamtee harka mirgaa keetiin dhaabbatteetti.

  • Isaayyaas 13:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoonni warqii qulqulleeffame caalaa,

      Ilmaan namootaas warqii Ofiir+ caalaa muraasa akka taʼan nan godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi