LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 50:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kanaafuu, dargaggoonni ishii addabaabayiiwwan ishii irratti ni kukkufu,+

      Loltoonni ishii hundis guyyaa sanatti ni dhumu”* jedha Yihowaan.

  • Ermiyaas 51:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Namni iddaa darbatu iddaa isaa hin dabsin.*

      Namni tokko illees kootii sibiilaa isaa uffatee hin dhaabbatin.

      Dargaggoota ishiitti gara laafina hin argisiisinaa.+

      Raayyaa waraanaa ishii hundumaa guutummaatti balleessaa.

       4 Isaan biyya Kaladootaa keessatti ajjeefamanii,

      Daandiiwwan ishii irrattis waraanamanii ni kukkufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi