Isaayyaas 13:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kunoo, ani namoota MeedonWarra meetii homaatti hin lakkoofne,Warqiittis hin gammanne isaan irratti nan kaasa.+ 18 Iddaawwan isaanii dargaggoota ni caccabsu;+Isaan firii gadameessaatiif garaa hin laafan,Ijoolleedhaafis hin gaddan.
17 Kunoo, ani namoota MeedonWarra meetii homaatti hin lakkoofne,Warqiittis hin gammanne isaan irratti nan kaasa.+ 18 Iddaawwan isaanii dargaggoota ni caccabsu;+Isaan firii gadameessaatiif garaa hin laafan,Ijoolleedhaafis hin gaddan.