-
Isaayyaas 56:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Mee daadhii wayinii xinnoon dhuga,
Hamma quufnutti dhugaatii alkoolii haa dhugnu.+
Guyyaan boruu akkuma guyyaa harʼaa taʼa, caalaatti iyyuu gaarii taʼa!”
-