LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 5:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Warra daadhii wayinii dhuguu irratti jajjaboo taʼaniif,

      Namoota dhugaatii alkoolii walitti makuu irratti dandeettii guddaa qabaniif,+

  • Isaayyaas 28:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namoonni kunis daadhii wayiniitiin kan kaʼe karaa irraa ni goru,

      Dhugaatiin alkoolii isaaniis isaan gatantarsa.

      Lubnii fi raajiin dhugaatii alkooliitiin kan kaʼe karaa irraa ni goru;

      Daadhiin wayinii isaan burjaajessa,

      Dhugaatii alkoolii isaaniitiin kan kaʼes ni gatantaru;

      Mulʼanni isaanii karaa irraa isaan jalʼisa,

      Murtii irrattis ni gufatu.+

  • Hoseʼaa 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sagaagalummaan,* wayiniinii fi wayinii haaraan

      Kakaʼumsa isaan wanta sirrii taʼe raawwachuuf qaban jalaa balleesseera.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi