LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Daadhiin wayinii qoostuu,+ dhugaatiin alkooliis gadhiisii nama godha;+

      Namni isaaniin daandii irraa jalʼatu kam iyyuu ogeessa miti.+

  • Fakkeenya 23:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yommuu xoofoo keessatti calaqqisuu fi suuta jedhee gad seenutti,

      Gara daadhii wayinii isa diimaa taʼee hin ilaalin,

  • Fakkeenya 23:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Ijji kee wanta keessummaa taʼe ni ilaala,

      Garaan kees wanta jalʼaa ni dubbata.+

  • Isaayyaas 28:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namoonni kunis daadhii wayiniitiin kan kaʼe karaa irraa ni goru,

      Dhugaatiin alkoolii isaaniis isaan gatantarsa.

      Lubnii fi raajiin dhugaatii alkooliitiin kan kaʼe karaa irraa ni goru;

      Daadhiin wayinii isaan burjaajessa,

      Dhugaatii alkoolii isaaniitiin kan kaʼes ni gatantaru;

      Mulʼanni isaanii karaa irraa isaan jalʼisa,

      Murtii irrattis ni gufatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi