LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 16:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Akaaz Mootichi Damaasqootti mootii Asoor Tiglaat Pileseeriin argachuuf deeme. Akaaz Mootichis iddoo aarsaa Damaasqoo keessa jiru yommuu argu, pilaanii iddoon aarsaa sun maal akka fakkaatuu fi akkamitti akka hojjetame argisiisu Uuriyaa lubichaaf ni erge.+ 11 Uuriyaan+ lubichis akkuma qajeelfama Akaaz Mootichi Damaasqoodhaa isaaf ergetti iddoo aarsaa sana ni ijaare.+ Uuriyaan lubichi Akaaz Mootichi Damaasqoodhaa deebiʼuu isaa dura iddoo aarsaa sana ijaaree xumure.

  • Ermiyaas 5:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Raajonni raajii sobaa dubbatu,+

      Luboonnis aangoo isaaniitiin warra kaan hacuucu.

      Sabni koos kanatti ni gammada.+

      Haa taʼu malee, yommuu dhumni dhufu maal gootu laata?”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi