Isaayyaas 30:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan warra mulʼata arganiin, ‘Mulʼata hin ilaalinaa’ jedhu. Raajotaanis akkana jedhu: ‘Mulʼata dhugaa nutti hin himinaa.+ Wanta nu gammachiisu* nutti himaa; abjuu sobaas nuuf ilaalaa.+ Yohaannis 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Wanti murtiidhaaf buʼuura taʼu kana dha: ifni gara addunyaa dhufeera;+ namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan taʼeef, ifa utuu hin taʼin dukkana jaallatan.
10 Isaan warra mulʼata arganiin, ‘Mulʼata hin ilaalinaa’ jedhu. Raajotaanis akkana jedhu: ‘Mulʼata dhugaa nutti hin himinaa.+ Wanta nu gammachiisu* nutti himaa; abjuu sobaas nuuf ilaalaa.+
19 Wanti murtiidhaaf buʼuura taʼu kana dha: ifni gara addunyaa dhufeera;+ namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan taʼeef, ifa utuu hin taʼin dukkana jaallatan.