LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 16:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, Aasaan namicha mulʼata argu sanatti ni aare; dhimma kana ilaalchisee isatti waan aareefis mana hidhaatti* isa galche. Akkasumas, Aasaan yeroo kanatti namoota sabicha keessa turan kaanis miidhuu jalqabe.

  • 2 Seenaa Baraa 18:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mootiin Israaʼelis Yoshaafaaxiin, “Karaa isaa Yihowaa gaafachuu kan dandeenyu namni hafe tokko jira;+ garuu inni yeroo hundumaa waaʼee koo wanta hamaa malee takkaa raajii gaarii taʼe waan hin dubbanneef ani isa nan jibba.+ Innis Mikaayaa ilma Yimlaa ti” jedhe. Yoshaafaax garuu, “Mootichi wanta akkanaa dubbachuu hin qabu” isaan jedhe.

  • Ermiyaas 11:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaafuu, Yihowaan namoota Anaatot+ warra lubbuu kee balleessuu barbaadanii* fi “Maqaa Yihowaatiin raajii hin dubbatin;+ taʼuu baannaan garuu, harka keenya irratti duuta” siin jedhan ilaalchisee akkana jedha;

  • Ermiyaas 26:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Luboonnii fi raajonni sun bulchitootaa fi guutummaa sabichaatiin, “Namichi kun akkuma amma isin gurra keessaniin dhageessanitti magaalaa kana irratti raajii waan dubbateef,+ duʼaan adabamuu qaba”+ jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi