LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 30:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isaan warra mulʼata arganiin, ‘Mulʼata hin ilaalinaa’ jedhu.

      Raajotaanis akkana jedhu: ‘Mulʼata dhugaa nutti hin himinaa.+

      Wanta nu gammachiisu* nutti himaa; abjuu sobaas nuuf ilaalaa.+

  • Amoos 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 ‘Isin garuu akka dhuganiif Naazrotaaf daadhii wayinii ni kennitan,+

      Raajotas, “Raajii hin dubbatinaa” jettanii ajajjan.+

  • Amoos 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, dubbii Yihowaa dhagaʼi: ‘Ati, “Israaʼel irratti raajii hin dubbatin,+ mana Yisihaaq irrattis hin lallabin”+ naan jette.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi