Ermiyaas 11:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Kanaafuu, Yihowaan namoota Anaatot+ warra lubbuu kee balleessuu barbaadanii* fi “Maqaa Yihowaatiin raajii hin dubbatin;+ taʼuu baannaan garuu, harka keenya irratti duuta” siin jedhan ilaalchisee akkana jedha; Amoos 7:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Beetelitti garuu kana booda raajii dubbachuu hin qabdu;+ sababiin isaas, ishiin iddoo qulqulluu mootichaa+ fi mana mootummaa ti.”
21 Kanaafuu, Yihowaan namoota Anaatot+ warra lubbuu kee balleessuu barbaadanii* fi “Maqaa Yihowaatiin raajii hin dubbatin;+ taʼuu baannaan garuu, harka keenya irratti duuta” siin jedhan ilaalchisee akkana jedha;
13 Beetelitti garuu kana booda raajii dubbachuu hin qabdu;+ sababiin isaas, ishiin iddoo qulqulluu mootichaa+ fi mana mootummaa ti.”