-
Isaayyaas 30:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Isaan warra mulʼata arganiin, ‘Mulʼata hin ilaalinaa’ jedhu.
Raajotaanis akkana jedhu: ‘Mulʼata dhugaa nutti hin himinaa.+
Wanta nu gammachiisu* nutti himaa; abjuu sobaas nuuf ilaalaa.+
11 Karaa isa sirrii irraa goraa; daandii isa sirrii irraa maqaa.
Isa Qulqulluu kan Israaʼel nu dura kaaʼuu keessan dhiisaa.’”+
-
-
Amoos 7:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis Amaaziyaan Amoosiin akkana jedhe: “Yaa nama mulʼata argu nana, asii deemi, gara biyya Yihudaatti baqadhu; nyaata kee achumaa nyaadhu; raajiis achitti dubbadhu.+ 13 Beetelitti garuu kana booda raajii dubbachuu hin qabdu;+ sababiin isaas, ishiin iddoo qulqulluu mootichaa+ fi mana mootummaa ti.”
-