Amoos 7:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Beetelitti garuu kana booda raajii dubbachuu hin qabdu;+ sababiin isaas, ishiin iddoo qulqulluu mootichaa+ fi mana mootummaa ti.” Amoos 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, dubbii Yihowaa dhagaʼi: ‘Ati, “Israaʼel irratti raajii hin dubbatin,+ mana Yisihaaq irrattis hin lallabin”+ naan jette.
13 Beetelitti garuu kana booda raajii dubbachuu hin qabdu;+ sababiin isaas, ishiin iddoo qulqulluu mootichaa+ fi mana mootummaa ti.”
16 Kanaafuu, dubbii Yihowaa dhagaʼi: ‘Ati, “Israaʼel irratti raajii hin dubbatin,+ mana Yisihaaq irrattis hin lallabin”+ naan jette.