LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 4:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 ‘Namni duʼu Waaqa caalaa qajeelaa taʼuu dandaʼaa?

      Namni tokko qaama isa tolche caalaa qulqulluu taʼuu dandaʼaa?’

      18 Kunoo, inni tajaajiltoota isaa irratti amantii hin qabu,

      Maleekota* isaa irraa illee dogoggora ni argata.

  • Iyyoob 22:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Inni Hundumaa Danda’u ati qajeelaa taʼuun kee isa yaaddessaa?*

      Yookiin daandii amanamummaa hordofuu keetiin wanta argatu qabaa?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi