-
Iyyoob 2:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yihowaanis Seexanaan, “Tajaajilaa koo Iyyoob hubattee ilaalteettaa?* Lafa irra namni akka isaa tokko iyyuu hin jiru. Inni nama qajeelaa fi amanamaa*+ dha; akkasumas nama Waaqa sodaatuu fi wanta hamaa taʼe irraa fagaatu dha. Ati sababa tokko malee akkan isa balleessu* na kakaasuuf kan yaalte taʼus,+ inni amma iyyuu amanamummaa isaa cimsee akkuma qabatetti jira”+ jedhe.
-
-
Iyyoob 32:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kana malees, inni michoonni Iyyoob sadan deebii kennuu waan hin dandeenyeef, Waaqayyo hamaa akka taʼes waan dubbataniif+ akka malee isaanitti ni aare.
-