-
Ermiyaas 20:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Guyyaan itti dhaladhe haa abaaramu!
Guyyaan haati tiyya itti na deesse hin eebbifamin!+
15 Namni, “Ilmi siif dhalateera!” jedhee
Abbaa kootti misiraachoo himuudhaan
Baayʼee isa gammachiise kan abaarame haa taʼu.
-