-
Iyyoob 3:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Guyyaan itti dhaladhe,
Halkan namni tokko, ‘Ilmi garaatti hafeera!’ itti jedhe sun haa badu.+
-
-
Ermiyaas 15:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yaa haadha tiyya, ati ana
Isa guutummaa biyyattii keessatti walitti buʼiinsaa fi lolaaf sababa taʼe waan deesseef, anaaf wayyoo!+
Ani hin liqeessine, hin liqeeffannes;
Taʼus, hundi isaanii na abaaru.
-