LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 10:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Maarree, gadameessa keessaa kan na baaste maaliifi?+

      Ijji kam iyyuu na arguu isaa dura utuun duʼee naa wayya ture.

      19 Silaa akkuma nama jiraatee hin beeknee nan taʼan ture;

      Gadameessa keessaas kallattiidhaan gara awwaalaatti nan geeffaman ture.’

  • Ermiyaas 15:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yaa haadha tiyya, ati ana

      Isa guutummaa biyyattii keessatti walitti buʼiinsaa fi lolaaf sababa taʼe waan deesseef, anaaf wayyoo!+

      Ani hin liqeessine, hin liqeeffannes;

      Taʼus, hundi isaanii na abaaru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi