Iyyoob 16:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Ani kanaan dura wantoota akkanaa hedduu dhagaʼeera. Hundi keessan jajjabeessitoota rakkina uumtani dha!+ 3 Dubbiin duwwaan* dhuma qabaa? Isin akkanatti akka deebistan maaltu isin kakaase?
2 “Ani kanaan dura wantoota akkanaa hedduu dhagaʼeera. Hundi keessan jajjabeessitoota rakkina uumtani dha!+ 3 Dubbiin duwwaan* dhuma qabaa? Isin akkanatti akka deebistan maaltu isin kakaase?