-
Iyyoob 10:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Maarree, gadameessa keessaa kan na baaste maaliifi?+
Ijji kam iyyuu na arguu isaa dura utuun duʼee naa wayya ture.
19 Silaa akkuma nama jiraatee hin beeknee nan taʼan ture;
Gadameessa keessaas kallattiidhaan gara awwaalaatti nan geeffaman ture.’
-