LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Namni gaariin ijoollee ijoollee isaatiif dhaala ni kaaʼa,

      Qabeenyi nama cubbamaa garuu nama qajeelaadhaaf kuufama.+

  • Fakkeenya 28:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Namni dhalaan,+ akkasumas haraaxaa liqeessuudhaan qabeenya isaa baayʼifatu,

      Qabeenya sana nama hiyyeessatti gara laafina argisiisuuf walitti qaba.+

  • Lallaba 2:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Inni nama isa gammachiisuuf ogummaa, beekumsaa fi gammachuu ni kenna;+ isa cubbamaa taʼeef garuu nama Waaqa dhugaa gammachiisuuf akka kennu gochuuf hojii sassaabuu fi hojii akkanumaan walitti qabuu ni kenna.+ Kunis wanta gatii hin qabne dha; akkuma bubbee duukaa fiiguu tis.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi