1 Saamuʼel 18:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Daawit wanta godhu hundumaa irratti milkaaʼina argachuu* isaa itti fufe;+ Yihowaanis isaa wajjin jira ture.+ Fakkeenya 3:32, 33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Sababiin isaas, Yihowaan nama jalʼaa ni jibba,+Warra qajeelota taʼanii wajjin garuu michummaa cimaa qaba.+ 33 Abaarsi Yihowaa, mana isa hamaa irra jira,+Mana qajeelotaa garuu ni eebbisa.+ Isaayyaas 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Gaarii akka isaaniif taʼu qajeelotatti himaa;Isaan wanta raawwataniif badhaasa ni argatu.*+
14 Daawit wanta godhu hundumaa irratti milkaaʼina argachuu* isaa itti fufe;+ Yihowaanis isaa wajjin jira ture.+
32 Sababiin isaas, Yihowaan nama jalʼaa ni jibba,+Warra qajeelota taʼanii wajjin garuu michummaa cimaa qaba.+ 33 Abaarsi Yihowaa, mana isa hamaa irra jira,+Mana qajeelotaa garuu ni eebbisa.+