-
Uumama 39:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yihowaan garuu Yoseefii wajjin ture.+ Kanaan kan kaʼes, inni milkaaʼina argate; mana gooftaa isaa isa nama Gibxii taʼe sana irrattis ajajaa godhamee muudame.
-
-
1 Saamuʼel 10:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Mallattoowwan kun yommuu raawwataman, Waaqni dhugaan sii wajjin waan jiruuf wanta siif dandaʼame hundumaa godhi.
-