LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 17:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Daawitis Saaʼoliin, “Sababa isaatiin kan kaʼe eenyu illee garaan isaa hin sodaatin. Ani tajaajilaan kee dhaqee Filisxeemicha kana nan lola” jedhe.+

  • 1 Saamuʼel 17:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Ani tajaajilaan kee leencaa fi amaaketa ajjeeseera; Filisxeemichi dhaqna hin qabanne kunis loltoota Waaqa isa jiraataatti waan qooseef,* isaan keessaa akkuma isa tokkoo ni taʼa.”+

  • 1 Saamuʼel 17:45, 46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa. 46 Harʼa Yihowaan harka kootti dabarsee si kenna;+ anis si ajjeesee mataa kee si irraa nan mura; guyyaa kanattis reeffa raayyaa Filisxeemotaa allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaatiif nan kenna; namoonni lafa irra jiran hundis Israaʼel keessa Waaqni akka jiru ni beeku.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi