6 Onnadhaa, cimaas.+ Isinii wajjin kan deemu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef, isaan duratti hin sodaatinaa yookiin hin romʼinaa.+ Inni isin hin dhiisu, isin hin gatus.”+
5 Lubbuudhaan hamma jirtutti eenyu iyyuu si dura dhaabbachuu hin dandaʼu.+ Akkuman Musee wajjin ture, sii wajjinis nan taʼa.+ Ani si hin dhiisu, si hin gatus.+