-
Uumama 18:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yeroo kanatti Yihowaan akkana jedhe: “Ani wantan gochuuf jedhu Abrahaamiin nan dhoksaa?+
-
-
Uumama 18:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Ilmaan isaa fi maatiin isaa warri isa booda dhufan wanta sirrii fi haqa taʼe raawwachuudhaan daandii Yihowaa akka eegan akka isaan ajajuuf, ani Abrahaamiin beekeera;+ kunis Yihowaan wanta Abrahaamiin ilaalchisee waadaa gale akka raawwatuufi.”
-