-
Iyyoob 41:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Eenyu iyyuu isa tuttuquuf hin onnatu.
Maarree na dura dhaabbachuu kan dandaʼu eenyu?+
-
-
Faarfannaa 104:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Galaannis guddaa fi balʼaa dha,
Uumamawwan guguddaa fi xixinnaan lakkaaʼamuu hin dandeenyes isa keessa guutaniiru.+
-