2 Mootota 20:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Seenaan Hisqiyaas inni hafe, jabinni isaa hundii fi akkamitti bishaan kuufamaa*+ fi boʼoo bishaanii hojjetee gara magaalattiitti bishaan akka fide,+ kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii? 2 Seenaa Baraa 32:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Burqaa bishaanii Giyoon+ isa olii duuchee,+ kallattii dhihaatiin gara Magaalaa Daawititti+ akka yaaʼu kan godhe Hisqiyaas ture; Hisqiyaas hojii isaa hundumaa irratti milkaaʼina ni argate.
20 Seenaan Hisqiyaas inni hafe, jabinni isaa hundii fi akkamitti bishaan kuufamaa*+ fi boʼoo bishaanii hojjetee gara magaalattiitti bishaan akka fide,+ kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii?
30 Burqaa bishaanii Giyoon+ isa olii duuchee,+ kallattii dhihaatiin gara Magaalaa Daawititti+ akka yaaʼu kan godhe Hisqiyaas ture; Hisqiyaas hojii isaa hundumaa irratti milkaaʼina ni argate.